Durattuu Yoom Sirrii Turtee Maqalee otoon sikadhuu ennaa deemtuu Yoom fakkaata gaabbite akka deebituu Nan beeka otoo hin beekin Akka deemte na darbitee Garuu maal godhuu garaan koo Dhiifama kee yoom fudhatee Dogongora keen dabalee Gocha kan kootu na aarsee Dhiifama kee otoon fudhee Anis nan gaabbe deebisee Dogongora keen dabalee Gocha kan kootu na aarsee Dhiifama kee otoon fudhee Anis nan gaabbe deebisee Kanan beeke atuu Eessa jirta Jaalatoo Na yaadin haalala teessee Dafii koottu yoo dandeesse Aniis nan gaabbe deebisee Keessa kotu na dirqisiisee Aniis nan gaabbe deebisee Dhugaatu na dirqisiisee An Kanan beeke atuu Eessa jirta Jaalatoo Dafii koottu yoo dandeesse Na yaadin haalala teessee Aniis nan gaabbe deebisee Keessa kotu na dirqisiisee Aniis nan gaabbe deebisee Dhugaatu na dirqisiisee Gargar baane jiruun Akka nuuf hin taane Nan beeka beekkadhuu Ani gaabbii keen gaabbee Dhiifama kee fudheen Na waliin jiraadhuu Nu laman Akka hin jeeqamne Jiruu keenyas jeeqnee Maalif adda baanaa Aniis badii hin qabuu Atiis qulqulluudhaa Koo waliin Jiraannaa Namni akkamin of of dhokatee Miira isaa Sobee Jiraataa Dhugaas himachuu dadhabee Of miidhee Jiruu filataa Jaalalaa nu jidduu jiraa Of sobuun nu baasu beeki Deebi'ii aniis siin eegaa Nu waliif nu uume rabbiinii Kanan beeke atuu Eessa jirta Jaalatoo Na yaadin haalala teessee Dafii koottu yoo dandeesse Aniis nan gaabbe deebisee Keessa kotu na dirqisiisee Aniis nan gaabbe deebisee Dhugaatu na dirqisiisee An Kanan beeke atuu Eessa jirta Jaalatoo Dafii koottu yoo dandeesse Na yaadin haalala teessee Aniis nan gaabbe deebisee Keessa kotu na dirqisiisee Aniis nan gaabbe deebisee Dhugaatu na dirqisiisee Na yaadin haalala teessee Dafii koottu yoo dandeesse Na yaadin haalala teessee Dafii koottu yoo dandeesse Aniis nan gaabbe deebisee Keessa kotu na dirqisiisee Na yaadin haalala teessee Dafii koottu yoo dandeesse Na yaadin haalala teessee Dafii koottu yoo dandeesse Aniis nan gaabbe deebisee Keess koo na dirqisiisee